المدة الزمنية 6:7

Oromo/Oromiyaa Music Kadir Martu & Dawite Mekonen TokkummaaNew 2019

344 517 مشاهدة
0
5.6 K
تم نشره في 2019/10/22

Bakakkaa Entertainment Oromo Music Ethiopian Oromo Music WELCOME TO BAKKKAA ENTERTAINMENT CHANNEL. We Are Here to Deliver Amazing and Quality Oromo Musics to You. We Produce, Record and Promote Quality Musics, Arrange Concerts And Help Our Artists to Get to the Next Level. SUBSCRIBE NOW For the Latest Oromo New & Hot Musics.

الفئة

عرض المزيد

تعليقات - 332
  • @
    @husseinguyo1177منذ 2 سنوات Thus marvelous. Nice one of Kadir and Dawitee mekonen 1
  • @
    @firriiamboosimbo913منذ 5 سنوات wooowwwwww kani akkaa koottii oromumaan boontaan Likeeeee 45
  • @
    @abdullahiboru1534منذ 5 سنوات Thank you for making a comeback to music we hve really missed to hear your music as of late 6
  • @
    @nadiakemaldisasa6894منذ 5 سنوات Umrii nuuf dheeradhaa waan keenya jajjabee Dawite Mekonnen&Kadir Martu ❤❤ 8
  • @
    @malianegn8994منذ 5 سنوات Wowowowow oromon yoo tokko ta'uu waalif gachaan galtomakadun ijolumaa kiyaan jaldhuu egale.dawit koo mashaa allhaa atti dulomu didee.umrii dheradhuu amsii 2
  • @
    @jeeyluupis2594منذ 5 سنوات woow hedduu nama gammachiistan akkanumaan Jaalala fi tokkummaa lallabaa ❤ 2
  • @
    @kalidhamza1278العام الماضي Wooooooooooooow what a song what a music DK were the legend 1
  • @
    @Yasin-ch7ztمنذ 5 سنوات Wwwwwww maashaa Allah baayyee bareedda namatti tola jabaadhaa dhiiroo akkana dubbiin 1
  • @
    @halimaukulu9255منذ 5 سنوات Wwww nii toltuu dhugaa nuf jiradhaa akaa isiin fedhuu oromo koo 3
  • @
    @jalanerabiira5533منذ 5 سنوات Baaye'e siinjaaldha baaye'e baredaadha jabaadha 2
  • @
    @anigibeengama5701منذ 5 سنوات Welistoota keenya kabajamoo nuuf jiraadha ija diina irra nuuf hafa ❤❤❤❤ 2
  • @
    @kalacha3747منذ 5 سنوات Daawweekoo leencaam ati ilma finca’aa proud of you 7
  • @
    @munirm4707منذ 5 سنوات Kadirr Gotaa Oromoo Bagaa nuf jirattee Haftee Elemo Qilxuu Senyii Jarra Abba Gadaa 3
  • @
    @sifansifan4552منذ 5 سنوات Akkam namatti tola qomoo koo jabadha galanni keessan bilisummaa haa tahuu waan ofii 1
  • @
    @binttiisilamarsiiihadabba8316منذ 5 سنوات wowwoowoww qeerroo teenyaa qaqaliwaan abdii sabba yomiyyu seenaa qabdanii ❤ 8
  • @
    @mesaramohammed.yaoomuuuuga4185منذ 4 سنوات Mashallah tabarakallhaa yarabbikoo yaalllha sabaa koo Oromo ❤❤❤❤❤ 2
  • @
    @brahanedabala7164منذ 5 سنوات wow kadir baagaa keenyaa taatee
    ❤️❤️
    4
  • @
    @aslulovetube1010منذ 5 سنوات Wwwwww baayyee das jedha jabaadhaa ilmaan koo 1
  • @
    @jimmittitube2116منذ 5 سنوات Aanaa dhufuu artiwwan oromoo qaroo ijaa keenyaa
  • @
    @hegereetube6161منذ 5 سنوات Kadir top men best cilolee sound dawite ❤️ 2
  • @
    @user-ds5uv2tn5iمنذ 4 سنوات Wowowowo bayyee tokoo nammaa maraartuuùu❤❤❤❤❤❤ obboollaan Aceekoo Dammako jiraadhaaa bilisommaa
  • @
    @abdiana2000منذ 5 سنوات We love you guys garu this song and video hin bilchaanne I’m sure kana caalaa ni dandettaniiw
  • @
    @SmartinfoBESTمنذ 5 سنوات
    Badhaasni keessan bilisumma ha ta'uu
    Naaf jiraadha !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
    6
  • @
    @AdemAAhmedمنذ 5 سنوات Bareedaa ture garuu sagaleen kadir sirrii miti. 1
  • @
    @aminaamina1804منذ 5 سنوات Sirbaa kadiir yeroo xiqqo irraa dhageefadhaa hedduu naati tolaa yeroo sani kadiiruu hangaa hin gahu amma maashallah
  • @
    @alamituuhaayiluugammadaa9170منذ 5 سنوات Baay'ee namati tolla nufi jirradhu oromo koo❤️❤️✊✊✊✊✊✊✊✊
  • @
    @sabonituwallaggaabdisa7137منذ 5 سنوات wow nufijiradha hamittun isinin hini arrigin qomoko jirradha 3
  • @
    @kindebuli3098منذ 5 سنوات we need unity at this critical time! Tokkummaa Tokkummaa! 2
  • @
    @sabbonttuumannaa526منذ 5 سنوات Basaaa kessaan Bilisummaa haa ta'uu sanuiwwaan koo
  • @
    @gato7763منذ 5 سنوات meeshaaleen music baayyee bareeda garuu vocal irratti rakkootu jira
  • @
    @foziioromoyutub6878منذ 3 سنوات Wowwwwwww jajjabee tiyyaa sanyii ofii jabadhaa ❤❤
  • @
    @hawikedir6275منذ 5 سنوات Nuffi jiradha ilmman Abba gadaa wowowoow its amazing ❤️❤️❤️
  • @
    @buzuneshibaayisaa2737منذ 5 سنوات Wwwwwo ijaa iraa haafa
    Umuri nuu dheeradhaaaa
  • @
    @shaallooharoodambalinteres8634منذ 5 سنوات Kadiir koo lubbuu ❤galaannii ke bilisuumma ha Ta,uu❤❤❤
  • @
    @sifaanwallaggaa9959منذ 5 سنوات wowowowwww dhugaa bayyee namati tola jabadhaa lamiikoo
  • @
    @saqerail1119منذ 5 سنوات Jajjabee ilmaan oromoo jabaadhaa hedduu namatti tola
  • @
    @ashetumamod5490منذ 5 سنوات Daawwee fi Kadir guddaa galatoomaa , umurii nuuf dheeradhaa, uummata oromoo biratti jaallatamummaa guddaa qabdu.
  • @
    @h24luunchaa31منذ 5 سنوات Lechaa. oromoo hundaa tokkicaa kumaa esaa jiraa❤❤❤❤
  • @
    @gorjegeleta5276منذ 5 سنوات OROMOON WAARDIEYA ADHABBAATUU WBO FII QEERROO DHAA ⛳⛳⛳ 1
  • @
    @tahirallo2643منذ 5 سنوات Dawwee ilmaa sabaa baldhaa nuuf jaabadhuu geerarasa heduu nama toluudha
  • @
    @user-vk3xx6df2gقبل 7 أشهر Gootawwan keenyaa nuuf jiraadha jiruu bilisummaa
  • @
    @zariba6725منذ 2 سنوات Kadoo dhiraa oromumaf idimee ofii midhamee
  • @
    @hayoooromtitii3970منذ 5 سنوات Nuuf jiradha lencawaan kenyaa Oromoo tahu kessanif isinin bonnaa qomoo koo♥️❤️
  • @
    @flyboy516منذ 5 سنوات www namatti tola jabaadha kadex & dawite
  • @
    @humeyrahumeyra5858منذ 4 سنوات Daawwitee kadir koo bubulaa bulaa woggaa 1000 jiradha
  • @
    @sumayyaarsiisiikkoofimando8449منذ 5 سنوات Akas oromo tiyyaa Nutii tokko wolif jiraaa jedhaaa